Oromiyaatti baatiiwwan ja’atti galiin Birrii biliyoona 94 ol walitti qabame
AMN PLUS Guraandhala 2, 2017 Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan ja’an darban galiin Birrii Biliyoona 94 ol walitti qabamuun ibsame. Ji’oottan jahan darban humna sassaabbii galii naannichaa cimsuuf tarkaanfilee haaraa hojiirra oolchuu,…