Itoophiyaa fi Raashiyaan tumsa fayyaa irratti waliin qaban cimsuuf waliigaltee mallatteessan

AMN PLUS- Ebla 16/2017 Itoophiyaa fi Raashiyaan tumsa fayyaa irratti waliin qaban cimsuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalticha Ministira Fayyaa Maqdas Dhaabaa (Dr.) fi Itti Gaafatamaa Mirga fayyadamtootaa fi Tajaajila Hordoffii Nageenya…

Continue ReadingItoophiyaa fi Raashiyaan tumsa fayyaa irratti waliin qaban cimsuuf waliigaltee mallatteessan

Sagantaan jalqabbii Agarsiisa Kalaqa Saayinsii fi Teekinooloojii 10ffaan Magaalaa Finfinneetti eegale

AMN PLUS- Ebla 16/2017 Sagantaan jalqabbii Agarsiisa Kalaqa Saayinsii fi Teekinooloojii 10ffaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinneen qophaa'e bakka hoggantootni olaanoon bulchiinsa magaalichaa fi hawaasni barnootaa argamanitti gaggeeffamuu eegaleera. Kantiibaan Bulchinsa…

Continue ReadingSagantaan jalqabbii Agarsiisa Kalaqa Saayinsii fi Teekinooloojii 10ffaan Magaalaa Finfinneetti eegale

Kutaa Magaalaa Gullalleetti balaa konkolaataa mudateen namoota 18 irraatti miidhaan gahe

AMN PLUS- Ebla 16/2017 Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullallee Aanaa 7 bakka laga Geeshoo jedhamee waamamutti taaksiin nama 18 fe’ee imalaa ture daandiirraa maquun laga keessa seenuun namoota konkolticha…

Continue ReadingKutaa Magaalaa Gullalleetti balaa konkolaataa mudateen namoota 18 irraatti miidhaan gahe

Nageenya Magaalaa Finfinnee waaressuun lammiileen yaaddoo tokko malee keessa akka jiraataniif xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa jira- Aadde Liidiyaa Girmaa

AMN PLUS- Ebla 16/2017 Nageenya Magaalaa Finfinnee waaressuun lammiileen yaaddoo tokko malee keessa akka jiraataniif xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa Jirachuu isaa Hoggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa…

Continue ReadingNageenya Magaalaa Finfinnee waaressuun lammiileen yaaddoo tokko malee keessa akka jiraataniif xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa jira- Aadde Liidiyaa Girmaa

Buufanni madda anniisaa Gibe 3 baatii sagal darban sa’aatii giigaa waatii kuma 5 fi 430 ol maddisiiseera-Humna Elektiriikii Itoophiyaa

AMN PLUS- Ebla 16/2017 Buufanni Humna Elektirikii Itoophiyaa Gibee 3 ji’oota sagal darban keessatti humna ibsaa sa’aatii giigaa waatii kuma 5 fi 430 ol maddisiisuu beeksise. Hojii gaggeessaan oppireeshinii buufatichaa…

Continue ReadingBuufanni madda anniisaa Gibe 3 baatii sagal darban sa’aatii giigaa waatii kuma 5 fi 430 ol maddisiiseera-Humna Elektiriikii Itoophiyaa

Magaalichatti ji’oottan 9 darban keessatti lammilee kuma 259 oliif carraan hojii dhaabbataa uumame

AMN PLUS- Ebila 16/2017 Magaalichatti ji’oottan 9 darban keessatti lammilee kuma 259 oliif carraan hojii dhaabbataa uumamuu issa Biiroon Hojii fi Ogummaa Magaalaa Finfinnee ibse. Biiroon Hojii fi Ogummaa Magaalaa…

Continue ReadingMagaalichatti ji’oottan 9 darban keessatti lammilee kuma 259 oliif carraan hojii dhaabbataa uumame

“Fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf hojii hunda bu’aa qabatamaan madaalaa deemuun barbaachisaadha” – Obbo Shimallis Abdiisaa

AMN Ebla 15/2017 Qorannon raawwii hojii paartiifi mootummaa guyyoota lamaan darban Magaalaa Adaamaatti taa’amaa ture kallattii hojii itti aanu kaa’uun xumurameera. Kurmaana sadan darban inisheetivoota hojiirra oolchuu, kenna tajaajilaa fooyyessuu,humnoota…

Continue Reading“Fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf hojii hunda bu’aa qabatamaan madaalaa deemuun barbaachisaadha” – Obbo Shimallis Abdiisaa

Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaatiif qophii cimaan taasifamaa jira – Obbo Addisuu Araggaa

AMN – Ebla 15/2017 Sadarkaa Itti Aanaa Pirezedaantiitti Qindeessaan Kilaastara Baadiyaa Obbo Addisuu Araggaa ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Naannoo Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaatiif qophii cimaan taasifamaa jira…

Continue ReadingOromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaatiif qophii cimaan taasifamaa jira – Obbo Addisuu Araggaa

“Hojii miidiyaa fi Kominikeeshinii dhiibbaa addunyaa dhugaan boodaa qolachuu dandeessisu hojjechuun ol aantummaa senessa waloo mirkaneessuuf hojjetamuu qaba” Obbo kaffaaloo Tafarraa

AMN PLUS – Ebla 15/2017 Leenjiin hooggantootaa fi ogeeyyii miidiyaa fi kominikeshinii Naannoo Oromiyaatiif mata duree "Addunyaa dhugaan boodaa, beekumsaa fi dhugaadhaan" jedhuun magaalaa Baatuu, Yunivaristii Naannoo Oromiyaatti kennamuu eegaleera.…

Continue Reading“Hojii miidiyaa fi Kominikeeshinii dhiibbaa addunyaa dhugaan boodaa qolachuu dandeessisu hojjechuun ol aantummaa senessa waloo mirkaneessuuf hojjetamuu qaba” Obbo kaffaaloo Tafarraa

Hoggantoonni Dhaabbilee Mootummaa Federaalaa, Qindeessummaa Waajjira Ministira Muummeetiin Pirojektoota Misoomaa Daawwachaa jiru

AMN PLUS- Ebla 15/2017 Daawwannaa kanarratti hojiileen misoomaa Magaalaa Finfinneetti hojjataman kan dhalootarraa dhalootatti ce’an, diinagdee kan sochoosan ta’anii hojjatamaa jiraachuun ibsameera. Itti Gaafatamtuun Waajjira Ministira Muummee fi Ministirri Dhimmoota…

Continue ReadingHoggantoonni Dhaabbilee Mootummaa Federaalaa, Qindeessummaa Waajjira Ministira Muummeetiin Pirojektoota Misoomaa Daawwachaa jiru