Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Inistiitiyuutii Ispees Saayinsii fi Jii’oo Ispaashaalii Itoophiyaa daawwatan

AMN PLUS Caamsaa 20/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Inistiitiyuutii Ispees Saayinsii fi Jii'oo Ispaashaalii Itoophiyaa daawwataniiru. Institiyuutichi odeeffannoowwan lafarraa hanga hawaatti jiran xiinxaluun dhaabbata hojiiwwan qorannoo hojjetuudha. Hojiiwwan qorannoo…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Inistiitiyuutii Ispees Saayinsii fi Jii’oo Ispaashaalii Itoophiyaa daawwatan

Naannoo Oromiyaatti waliingahiinsa bishaanii mirkaneessuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran abdachiisadha- Biiroon Bishaanii fi Inarjii

AMN Plus- Caamsaa 20/2017 Naannoo Oromiyaatti waliingahiinsa bishaanii mirkaneessuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran abdachiisaa ta’uu Biiroon Bishaaniifi Inarjii Naannichaa beeksiseera. Ogeeyyiin miidiyaa qindeessummaa Biiroo Bishaaniifi Inarjiifi Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaatiin pirojektoota dhiyeessii…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti waliingahiinsa bishaanii mirkaneessuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran abdachiisadha- Biiroon Bishaanii fi Inarjii

Waancaa Koonfarans Liigiif Cheelsiin har’a Riyaal Beetis waliin taphata.

AMN PLUS -Caamsaa 20/2017 Waancaa Koonfaransi Liigiif Cheelsiin har'a Riyaal Beetis waliin taphata. Dursee Morkii Pirimeerliigii Keessatti taasiseen hirmaannaa waancaa Shaampiyoonsiliigii Awurooppaa bara dhufu argachuu kan mirkaneeffate cheelsiin Riyaal Beetis…

Continue ReadingWaancaa Koonfarans Liigiif Cheelsiin har’a Riyaal Beetis waliin taphata.

Kantiibaa Adaanech Abeebee Hoogganaa Komishinii Gamataa Afriikaa waliin mari’achuu ibsan

AMN PLUS Caamsaa 19/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin har'a hoogganaa komishinii Gamataa Afrikaa Muhammad Alii Yuusuf baga nagaan dhuftan jennee simannee waliin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee Hoogganaa Komishinii Gamataa Afriikaa waliin mari’achuu ibsan

Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalaa Finfinnee Ji’ootan 10 darbanitti lafa heektaara 1280 oli kaafamtoota misoomaafi tajaajila garagaraaf dabarsuu Ibse.

AMN PLUS - Caamsaa 19/2017 Koreen Dhaabbii Dhimmoota Lafaa fi Hojiilee Ijaarsaa Magaalaa Finfinnee Biiroo Misoomaafi Bulchiisa Lafaa Magaalichaatti Hojiilee Hojjetaman Ilaalaa Jira. Mana Maree Magaalaa Finfinneetti koreen Dhaabbii dhimmoota…

Continue ReadingBiiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalaa Finfinnee Ji’ootan 10 darbanitti lafa heektaara 1280 oli kaafamtoota misoomaafi tajaajila garagaraaf dabarsuu Ibse.

Addis Miidiyaa Neetiwork Sagalee Dhalootaa ta’uusaa qabatamaan mul’isuuf hojjechaa jira jedhame

AMN PLUS Caamsaa 19/2017 Koreen Dhaabbii Dhimmoota Haqaa fi Bulchiinsa Gaarii raawwii hojii ji'oottan Saglan darbanii AMN gamaggamaniiru. Sagantaa gamaggamaa kanarrattis Hojii Raawwachiisaa Olaanaan AMN Obbo Kaasaahun Gonfaa, Addis Miidiyaa…

Continue ReadingAddis Miidiyaa Neetiwork Sagalee Dhalootaa ta’uusaa qabatamaan mul’isuuf hojjechaa jira jedhame

Kantiibaa Adaanech Abeebee barsiisota magaalaa Finfinnee waliin mari’atan

AMN PLUS Caamsaa 18/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin mata duree 'Dhaloonni barsiisotaan qarama, biyyi barnootaan badhaadha' jedhuun barsiisota magaalaa Finfinnee waliin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee barsiisota magaalaa Finfinnee waliin mari’atan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Ministira Muummee Itilii waliin mari’atan

AMN PLUS Caamsaa 18/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin har'a Ministira Muummee Itilii Joorjiyaa Meelonii waliin Room Pilaazaa Chiigiitti wal agarree mari'anneerra jedhan. Mariin…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Ministira Muummee Itilii waliin mari’atan