Kantiibaa Adaaneche Abeebeen Agarsiisa Indaastiriiwwan Oomishaa Itoophiyaa – Finfinneen haa oomishtuu bara 2017 eegalchiisan

AMN – Bitootessa 29/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen agarsiisa Indaastiriiwwan Oomishaa Itoophiyaa – Finfinneen haa oomishtuu bara 2017 eegalchiisaniiru. Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin…

Continue ReadingKantiibaa Adaaneche Abeebeen Agarsiisa Indaastiriiwwan Oomishaa Itoophiyaa – Finfinneen haa oomishtuu bara 2017 eegalchiisan

Adeemsi ajandaa walitti qabuu Kutaalee hawaasaa Naannoo Amaaraan taasifamu itti fufeera

AMN - Bitootessa 29/2017 Adeemsi maree ajandaa walitti qabuu Kutaalee hawaasaa Naannoo Amaaraan taasifamu ittifufuusaa komishiniin maree biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise. Komishinichi waltajjiin maree naannoo Amaaraa kutaaleen hawaasaa kaleessa Bitootessa 28…

Continue ReadingAdeemsi ajandaa walitti qabuu Kutaalee hawaasaa Naannoo Amaaraan taasifamu itti fufeera

Itoophiyaan ummattoota Sudaan Kibbaa deeggaruuf kutannoo qabdu cimsitee itti fufti- Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN - Bitootessa 29/2017 Itoophiyaan ummattoota Sudaan Kibbaa deeggaruuf kutannoo qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ergaa karaa miidiyaa…

Continue ReadingItoophiyaan ummattoota Sudaan Kibbaa deeggaruuf kutannoo qabdu cimsitee itti fufti- Abiyyi Ahimad (Dr.)

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) nageenyi naannoo Tigraayitti argame boodatti akka hin deebineef of eeggannaafi hoggansaa olaanaa Obbo Geetaachoo Raddaa taasisan galateeffatan

AMN – Bitootessa 29/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Obbo Geetaachoo Raddaa waggoota lamaan darban Pirezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay ta’anii wayita bulchaa turan…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) nageenyi naannoo Tigraayitti argame boodatti akka hin deebineef of eeggannaafi hoggansaa olaanaa Obbo Geetaachoo Raddaa taasisan galateeffatan

Mootummaan naannoo Oromiyaa Tiraaktaroota Meeshaalee guutuu waliin Qonnaan bultootaf dabarseera

AMN PLUS- Bitootessa 29/2017 Mootummaan Naannoo Oromiyaa oomishaaf oomishtummaa qonna naannichaa guddisuuf xiyyeeffannaa olaanaan hojjechaa jira. Kana caalmatti milkeessuufis qonna Naannichaa ammayyeessuun makaanayzeeshiniin qonnaan deeggaramuufi galtee oomisha qonnaa irratti xiyyeeffachuun…

Continue ReadingMootummaan naannoo Oromiyaa Tiraaktaroota Meeshaalee guutuu waliin Qonnaan bultootaf dabarseera

Lammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

AMN - Bitootessa 29/ 2017 Lammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaa deebi'uun himameera. Balalii marsaa 9’n lammileen gara biyyaatti deebi’an hundumtuu dhirota…

Continue ReadingLammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Dorgommii walakkaa maaraatoonii Barliiniin Atileetonni Itoophiyaa injifatan

AMN – Bitootessa 28/2017 Dorgommii fiigicha walakkaa maaraatonii Barliiniin Atileetoonni Itoophiyaa koorniyaa lamaaniin injifataniiru. Fiigicha Walakkaa maaraatoonii dhiirotaan Atileet Gammachuu Didhaa daqiiqaa 58:43 galuun injifateera. Fiigicha dubartootaan Atileet Footyeen Tasfaay…

Continue ReadingDorgommii walakkaa maaraatoonii Barliiniin Atileetonni Itoophiyaa injifatan

Naannoo Amaaraatti xaa’oon qonnaan bultootaaf raabsamaa jira

AMN – Bitootessa 28/2017 Naannoo Amaaraatti xaa’oon qonnaan bultootaaf raabsamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa Naannichaa beeksise. Abbaa Taayitichaatti Daareektarri Dhiheessii fi Gabaa Alamzawud Simeenee xaa’oo naannicha dhiheessuuf…

Continue ReadingNaannoo Amaaraatti xaa’oon qonnaan bultootaaf raabsamaa jira

Milkaa’ina hojiirra oolmaa riifoormii tajaajila mootummaafi bulchiinsaaf qooda fudhattoonni hundinuu xiyyeeffannoon hojjechuu qabu ‘ – Obbo Tamasgeen Xurunee

AMN – Bitootessa 28/2017 Milkaa’ina hojiirra oolmaa riifoormii tajaajila mootummaafi bulchiinsaaf qooda fudhattoonni hundinuu xiyyeeffannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee ibsan. Leenjiin hooggantoota mootummaa federaalaaf…

Continue ReadingMilkaa’ina hojiirra oolmaa riifoormii tajaajila mootummaafi bulchiinsaaf qooda fudhattoonni hundinuu xiyyeeffannoon hojjechuu qabu ‘ – Obbo Tamasgeen Xurunee

Yaa’iin Gumii Manneen Murtii Federaalaa 7ffaan ta’aamaa jira

AMN Plus- Bitootessa 28/ 2017 Yaa'iin Gumii Manneen Murtii Federaalaa 7ffaan Magaalaa Bishooftuutti ta’aamaa jira. Yaa’icharratti kan argaman Pirezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Obbo Tewodiroos Mihirat Yaa'iin Gumichaa haalota garagaraatiin…

Continue ReadingYaa’iin Gumii Manneen Murtii Federaalaa 7ffaan ta’aamaa jira