Riifoormiin gama hedduu Itiyoophiyaan jalqabde aramaa fi calla adda baasaa milkaa’ina guddaan raawwatamaa jira – Obbo Tamasgeen Xurunee
Yeroo seena qabeessaa Imala keenya jijjiiramaa milkaa’aa waggaa torbaffaa kabajaa jirrutti mata duree “Ga’oomni tajaajila namarratti xiyyeeffate” jedhuun leenjiin hooggantoota mootummaa federaalaa olaanoo muuxannoorratti xiyyeeffate har’a jalqabsiifneerra. Sirna tajaajilaa fi…