Irreechi Hora Finfinnee haala miidhagaa ta’een ofkalleerra- Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa

AMN PLUS - Fulbaana 24/2018 Irreecha Hora Finfinnee Bara 2018, Hojii Misooma Kooridariitiin kan misoome Doloolloo Buddeenaa Ykn Paarkii Irreechaarratti, Burqaa Qulqulluu ganamaatti haala miidhagaan Irreeffachuun ofkaluu Abbaan Gadaa Tuulamaa…

Continue ReadingIrreechi Hora Finfinnee haala miidhagaa ta’een ofkalleerra- Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa

Haadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa- Arsii Lixaafi Shaashamanneerraa

AMN PLUS- Fulbaana 23/2018 ‎Haadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa Godina Arsii Lixaafi Magaalaa Shaashamannee Irraa Irreecha Hora Finfinneetti Guyyaa boruu Irreeffachuuf Dhufanif Hawaasni Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa simannaa taasisaniif. ‎Haadhiliin Siinqeefi…

Continue ReadingHaadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa- Arsii Lixaafi Shaashamanneerraa

Abbootiin Gadaa imala gara Horaatti osoo hin eegalin dura akkamiin eebbifatu?

‎AMN PLUS- Fulbaana 24/2018 ‎Yaa waaq-bobaa kee jalatti nu baadhu ‎Yaa waaq-dugda keetti nu baadhu ‎jilli kun nagaan haa hobba'u ‎Gadaan gadaa milkii haa ta'u ‎Yaa'iin kun yaa'ii nagaati ‎Irreechi…

Continue ReadingAbbootiin Gadaa imala gara Horaatti osoo hin eegalin dura akkamiin eebbifatu?

Faaruu Waaqaa haadholiin Irreecha Hora Finfinnee bara 2018tti faarfatan

‎AMN PLUS- Fulbaana 24/2018 ‎Gurracha leemmoo garaa taliilaa ‎Hayyee yaa waaq-sin oollee gallaa ‎Gurracha gara garbaa ‎Tokkicha maqaa dhibbaa ‎Hayyee yaa waaq- siin oollee galla ‎Gurracha leemmoo garaa taliilaa ‎Hayyee…

Continue ReadingFaaruu Waaqaa haadholiin Irreecha Hora Finfinnee bara 2018tti faarfatan

“Irreechi ulfoo Oromoo olka’insa biyyaa utubudha!” Shimallis Abdiisaa, PMNO

Guddinaafi dagaaginni; bu’uurri badhaadhina biyyoota milkaa’anii yoo qaacceffamu, dhuki seenaaf seeneffama isaaniis yoo qoratamu; ka’umsi isaanii falaasama mandhalee beekumsa xabboo ganamaaf iddoo kennanii qorannoofi qo’annoon sirnoomsuun daandii guddinaa akka saaqqatan…

Continue Reading“Irreechi ulfoo Oromoo olka’insa biyyaa utubudha!” Shimallis Abdiisaa, PMNO

Irreechi Hambaa Itoophiyaan Addunyaaf gumaachite isa guddaadha jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa

AMN PLUS- Fulbaana 23/ 2018 Tajaajilli Kominikeeshiniin Mootummaa Ayyaana Irreechaa bara 2018 sababeeffachuun ergaa baga geeessanii dabarseera. Irreechi Hambaa Itoophiyaan Addunyaaf gumaachite isa guddaadha jedhe ergaa isaan. Itoophiyaaan hambaalee kiliyaafi…

Continue ReadingIrreechi Hambaa Itoophiyaan Addunyaaf gumaachite isa guddaadha jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa

Manneen marii lamaan Yaa’ii isaanii 6ffaa bara hojii 5ffaa Wiixata dhufu adeemsisu

‎AMN PLUS - Fulbaana 23/2018 ‎Manni Maree Federeeshinii fi Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa 6ffaan bara hojii 5ffaa sirna baniinsa isaanii Wiixata dhufu Fulbaana 26/2018 ni adeemsisu. ‎Akkaataa Heera Mootummaa…

Continue ReadingManneen marii lamaan Yaa’ii isaanii 6ffaa bara hojii 5ffaa Wiixata dhufu adeemsisu