Zeleniskiin Putiin waliin marii eegaluuf qophii ta’uu himan

AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Pireezidaantiin US Doonaald Traamp mariin dhukaasa dhaabuu akka eegalamu Vilaadmiir Putiin waliin waliigalteerra gahuu ifoomsuu hordofee, Pirezidaantiin Yuukreen Vilooyidmiir Zeleniskiinis marii eegaluuf qophii ta'uu ifoomsan.…

Continue ReadingZeleniskiin Putiin waliin marii eegaluuf qophii ta’uu himan

Waraana Yuukreen dhaabuuf mariin akka eegalamu Puutiin waliin walii galuu D. Traamp ifoomsan

AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Pireezidaantiin U.S. Doonaald Traamp gita isaanii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin marii kallattii erga taasisanii booda waraana Yuukreen dhaabuuf mariin akka eegalamu walii galuu ifoomsan. Donaaldi…

Continue ReadingWaraana Yuukreen dhaabuuf mariin akka eegalamu Puutiin waliin walii galuu D. Traamp ifoomsan

Gareen shammaranii Itoophiyaa Jibuutii goolii 10-0’n injifate

AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Waanca Afrikaa bara 2026f tapha gulaalloo Yugandaa waliin kan ramadame Gareen Biyyaalessaa dubartoota Itoophiyaa tapha michoomaa Istadiyemii Abbabaa Biqilaattii Jibuuti waliin tasisee goolii 10-0'n injifate.…

Continue ReadingGareen shammaranii Itoophiyaa Jibuutii goolii 10-0’n injifate

Kaayi Haavertiiz sababa miidhamaan dorgommii baranaan ala ta’uu akka danda’u gabaafame

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Taphataan sarara fuulduraa kilaba Kaaba Landan Arsenaal Kaayi Haavertiiz wayitii shaakalaa miidhama qaamaa cimaa keessummeessuun gabaafame. Kaayi Havertis miidhama maashaa isaarra gaheen, bara dorgoommii baranaan…

Continue ReadingKaayi Haavertiiz sababa miidhamaan dorgommii baranaan ala ta’uu akka danda’u gabaafame

Itiyoo Telekoom ji’oottan jahan darban galii birrii biiliyoona 61 ol argate

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Itiyoo Telekoom bara baajataa 2017 ji'oottan jahan jalqabaatti galii birrii biiliyoona 61 ol argachuu beeksiseera. Hoji Raawwachiiftuu olaantuun Dhaabbata Itiyoo Telekoom Firehiwoot Taammiruu raawwii hojii…

Continue ReadingItiyoo Telekoom ji’oottan jahan darban galii birrii biiliyoona 61 ol argate

Qaamolee Eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuun ibsame

AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Qaamolee eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu Tajaajjilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa ibse. Tajaajilichi ibsa miidiyaaleef ergeen, Magaalaa Finfinnee fi Naannawaasheetti…

Continue ReadingQaamolee Eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuun ibsame

Milkaa’nni misooma qamadii Itoophiyaa Afrikaan nyaatan akka of dandeessu kan barsiisudha- Pir. Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Milkaa'inni Itoophiyaan gama misooma qamadiin galmeessite Afrikaan nyaataan akka of dandeessu agarsiistuu tokko ta'uu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen dubbatan. Yaa'ii misooma jal'isii fi jijjiirama qilleensaa…

Continue ReadingMilkaa’nni misooma qamadii Itoophiyaa Afrikaan nyaatan akka of dandeessu kan barsiisudha- Pir. Taayyee Atsiqasillaasee

Yaa’ii tibbanaaf Hoteelota 38fi hospitaalota 7 irratti too’annoofi hordoffiin taasifameera- Abbaa Taayitaa Nyaataafi Qorichaa Finfinnee

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Abbaan Taayitaa Nyaataafi Qorichaa Magaalaa Finfinnee Yaa'ii Gamtaa Afrikaaf hoteelota sadarkaa qaban 38fi hospitaalota 7 adda bahan irratti too'annoofi hordoffii barbaachisu taasisuun qophii barbaachisaan taasifamuu…

Continue ReadingYaa’ii tibbanaaf Hoteelota 38fi hospitaalota 7 irratti too’annoofi hordoffiin taasifameera- Abbaa Taayitaa Nyaataafi Qorichaa Finfinnee

Afrikaa badhaatee ijaaruuf waloon dhaabbachuu qabna- Dooktar Geediyoon Ximootiwoos

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Afrikaa badhaateefi dhaloota dhufuuf mijattuu taate ijaaruuf dureewwan Afriikaa waloon dhaabbachuun akka barbaachisu Ministirri Dhimma Alaa FDRI Doktar Geediyoon Ximootiwoos himan. Yaa'iin Koree Hoji Raawwachiiftuu…

Continue ReadingAfrikaa badhaatee ijaaruuf waloon dhaabbachuu qabna- Dooktar Geediyoon Ximootiwoos