Ayyaanota tibbanaa balaa tasaarra bilisa gochuuf hojiin hubannoo uumuu hojjetamaa jira

‎AMN PLUS- Fulbaana 14/2018 Ayyaanonni Daamaraa, Masqalaa fi Irreechaa balaa malee akka kabajamuuf qohii gahaan godhamuu komishiiniin Hooggansa Sodaa Balaafi Ibiddaa beeksise. ‎Komishiinichatti ogeessi Kominikeeshinii Uummataa Nigaatuu Maammoo AMN 'f…

Continue ReadingAyyaanota tibbanaa balaa tasaarra bilisa gochuuf hojiin hubannoo uumuu hojjetamaa jira

Ayyaanni Gubaa hawwii bara haaraatti walooma, wayyoomaf gooma kan ittiin ibsaniidha- Asafaa Tafarraa (Dr)

‎AMN PLUS- Fulbaana 14/2018 ‎Ayyaanni Gubaa mallattoo tokkummaafi eenyummaa Oromoo kan barri haaraan bara nagaa, kan araaraa, kan quufaafi gabbinaa akka tahu hawwamu ta'uu, Qorataa Ogummaa Aadaa fi Afoola Oromoo…

Continue ReadingAyyaanni Gubaa hawwii bara haaraatti walooma, wayyoomaf gooma kan ittiin ibsaniidha- Asafaa Tafarraa (Dr)

Hidhi Haaromsaa galma misoomaa UN milkeessa- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS - Fulbaana 14/2018 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hidhi Haaromsaa galma misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii torba keessaa dhiyeessii anniisaa galmaan gahuu himan. Pirezidaant Taayyee Pirezidaantii Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa galma misoomaa UN milkeessa- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

Hidhi Haaromsaa galma misoomaa UN milkeessa- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS - Fulbaana 14/2018 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hidhi Haaromsaa galma misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii torba keessaa dhiyeessii anniisaa galmaan gahuu himan. Pirezidaant Taayyee Pirezidaantii Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa galma misoomaa UN milkeessa- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

Yaa’iin Waliigalaa 80ffaan Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffamuu eegale

AMN PLUS- Fulbaana 13/2018 Sagantaan baniinsaa Yaa’ii Waliigalaa 80ffaan Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffamaa jira. Yaa’icharratti jilli Itiyoophiyaa Pirezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu hirmaachaa jira. Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutaareez haasawa…

Continue ReadingYaa’iin Waliigalaa 80ffaan Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffamuu eegale

Biyyootni sadan Mana Murtii Addunyaa keessaa maaliif of baasan?

‎AMN PLUS- Fulbaana 13/2018 ‎Biyyootni Afrikaa Lixaa Sadan Burkiinaa Faasoo, Maaliifi Niijeer miseensummaa Mana Murtii Yakkaa Idil-Addunyaa/ ICC keessaa akka of baasan ibsaniiru. ‎Biyyootni kunneen manni murtichaa biyyoota biroo irratti…

Continue ReadingBiyyootni sadan Mana Murtii Addunyaa keessaa maaliif of baasan?

Oladeemaa gommaa xiyyaara jala dhokatee Afgaanistaanii haga Hinditti imale

AMN PLUS - Fulbaana 13/2018 Oladeemaan lammii Afgaanistaan Ganna 13 bakka gommaan xiyyaara taa'u jala dhokatee Afgaanistaanii haga Hinditti imale xiyyaaruma saniin gara biyyasaa deebifame. Imala sodaachisaa kana Magaala Kaabuul…

Continue ReadingOladeemaa gommaa xiyyaara jala dhokatee Afgaanistaanii haga Hinditti imale

‎Masqalaafi Irreechi galii tuurizimii argamsiisuun diinagdee akka utuban ibsame

‎AMN PLUS- Fulbaana 13/2018 ‎Kutaa Magaalaa Eekkaatti Ayyaana Masqalaafi Irreechaa karaa nagaafi duudhaasaa eeggateen kabajuuf qaamolee hawaasaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Mana Abbichuufi K/M/Eekkaa waliin mari'atameera. ‎ Ayyaanota Addabaabayii hawaasni…

Continue Reading‎Masqalaafi Irreechi galii tuurizimii argamsiisuun diinagdee akka utuban ibsame

Masqalliifi Irreechaan hariiroo cimaa uummanni waliin qooddatu addunyaatti kan itti muldhisnu dha jedhame

‎AMN PLUS - Fulbaana 13/2018 ‎Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Kutaan Magaalaa Addis Katamaafi qindoomina Magaalaa Shagariitti Kutaan Magaalaa Buraayyuu waliin ta'uun sirna kabaja Ayyaana Masqalaafi Irreechaa irratti kutaa hawaasaa garaagaraa hirmaachiisuun…

Continue ReadingMasqalliifi Irreechaan hariiroo cimaa uummanni waliin qooddatu addunyaatti kan itti muldhisnu dha jedhame