Hidhi Haaromsaa ashaaraan dargaggootaa kan irratti mul’atedha- Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Magaalaa Finfinnee

‎AMN PLUS- Fulbaana 3/2018 ‎Hoogganaan biiiroo Dargaggoo fi Ispoortii bulchiinsa magaalaa Finfinnee obbo Balaay Dajanee "Hidhi haaromsaa ashaaraan dargaggootaa kan irratti mul'ate Adawaa 2ffaadha" jedhaniiru. ‎Hidhi haaromsaa bu'aa tumsi hawaasaa…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa ashaaraan dargaggootaa kan irratti mul’atedha- Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Magaalaa Finfinnee

Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itoophiyaaf argamsiifte

AMN PLUS - Fulbaana 3/2018 Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan dorgommii meetira kuma 10'n dubaroota gidduutti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte. Atileetiin Keeniyaa Biyaatiriis Cheebeet meedaaliyaa Warqee…

Continue ReadingAtileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itoophiyaaf argamsiifte

Hidhi Haaromsaa agarsiistuu tokkummaa, waltumsuufi danda’uu keenyaati- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Fulbaana 3/2018 Hidhaan Guddichi Haaromsa Itoophiyaa xumuramee tajaajila eegaluun gaabbii uummataa barootaaf tureef deebii kan ta'e jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. Hidhi injifannoo kun agarsiistuu…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa agarsiistuu tokkummaa, waltumsuufi danda’uu keenyaati- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kilabni Nuno Espiito hojiirraa gaggeessuun Enje Poschekoguluu muude Nootiingihaam, gara Emireets imaluun har’a Arsenaal waliin falmata

AMN PLUS - Fulbaana 3/2018 Piriimiyer liigiin Ingiland torbee 4ffaa taphoota intarnaashinaalaa booddee har'a yoo eegalu taphni Arsenaal dirree isaa irratti Nootiingihaam Foorest keessummessu haalaan eegama. Torbee 3ffaan gara Anfiilditti…

Continue ReadingKilabni Nuno Espiito hojiirraa gaggeessuun Enje Poschekoguluu muude Nootiingihaam, gara Emireets imaluun har’a Arsenaal waliin falmata

Hidhi Haaromsaa Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Cimsa- Ambaasaaddara Jarmanii

‎AMN PLUS - Fulbaana 2/2018 ‎Xumuramuun Hidhi Haaromsaa guddina Itoophiyaa saffisiisuu irra darbee gahumsa walitti hidhamiinsa naannawaa cimsuu akka qabu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Jarmanii Fardinaand Foonvaahee (Dr.) ibsan. ‎Itoophiyaan biyya invastimaantii…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Cimsa- Ambaasaaddara Jarmanii

Paartileen lamaan hariiroo isaanii cimsanii itti fufuuf waliigalan

‎AMN PLUS- Fulbaana 2/2018 Paartiin Badhaadhinaa Itoophiyaa fi Paartiin Komunistii Kuubaa ‎Diinagdeen of danda'uufi birmadummaa siyaasaa cimaa ijaaruu irratti hariiroo isaanii cimsanii itti fufuuf kutannoo agarsiisuun himame. ‎Paartiin Badhaadhinaa Itoophiyaa…

Continue ReadingPaartileen lamaan hariiroo isaanii cimsanii itti fufuuf waliigalan