Magaalaan Sandaafaa Bakkee ambaasaaddara nageenyaafi fakkeenya misoomaati- Obbo Awwaluu Abdii
AMN PLUS - Hagayya 29/2017 Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenya naannichaa waaressaa, misooma ariifataa fayyadamummaa uummatichaa mirkaneessan baay'inaafi qulqullinaan hojjechuun tajaajilaaf banaa taasisaa akka jiru Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…