Yaa’a Abbayyaa irratti Hidhoota baay’ee ijaarra – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)
AMN PLUS - Hagayya 26/2017 Yaa'a Abbayyaa irratti hidhoota baay'ee ijaarree biyya keenya qofa osoo hin taane naannicha ibsuu dandeenya jechuun Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) dubbatan. Dooktar Abiyyi Ahimad…