Miidhagduu Tuurizimii Oromiyaa filachuun maal kaayyeffate? Torbee Turizimii Oromiyaahoo?
AMN PLUS - Hagayya 23/2017 Torbee Turizimii Oromiyaa bara kanaa yeroo 5ffaaf kabajamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Komishiniin Turizimii Oromiyaa beeksise. Qaama kabaja kanaa kan ta'e dubree ambaasaaddara turizimii Oromiyaa taatu…