Finfinnee bara 2017 keessummoota alaa miiliyoona 1.3 ol keessummeessiteetti- Kantiibaa Adaanech
AMN PLUS - Hagayya 20/ 2017 Magaalaan Finfinnee yaa'iwwan gurguddoo idil-addunyaa haala milkaa’ina qabuun qopheessaa jirti jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. Bara baajataa darbe qofatti yaa'iwwan idil-addunyaa 150…