Finfinneetti Muuziyeemiin Daa’immanii ijaaramuufi
AMN PLUS – Hagayya 19/2017 Itoophiyaa fi Cheek Rippabilik Magaalaa Finfinnee keessatti Muuziyeemii Daa’immanii hundeessuuf waliigaltee mallatteessan. Ministirri Tuurizimii Salaamaawit Kaasaa har’a magaalaa Piraagitti Muuziyeemii Biyyoolessaa Cheek fi Ejensii Misooma…