Sirni geggeessa Artiist Dabbabaa Isheetuu Tiyaatira Biyyaalessaatti adeemsifamaa jira

AMN PLUS- Hagayya 13/2017 Sirna kanarratti Pirezidaanti Taayyee Atsqasilaasee, Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, Ministirri Nageenyaa Mahaammad Indiris dabalatee Qondaaltoonni Mootummaa Federaalaa fi Magaalaa Finfinnee, Maatiin, Hiriyyoonni, Ogeeyyiin Aartii…

Continue ReadingSirni geggeessa Artiist Dabbabaa Isheetuu Tiyaatira Biyyaalessaatti adeemsifamaa jira

Sagantaan Baniinsa Sanada Caalbaasii Liizii Lafaa Marsaa 6ffaa adeemsifame

‎AMN PLUS- Hagayya 13/2017 ‎Sagantaan baniinsa sanada caalbaasii liizii lafaa marsaa 6ffaa adeesifamuu isaa Biiroon Misoomaa fi Bulchiinsa Lafa Magaalaa Finfinnee beeksise. ‎Caalbaasii Liizii Lafaa Marsaa 6ffaa kutaa magaalota 7…

Continue ReadingSagantaan Baniinsa Sanada Caalbaasii Liizii Lafaa Marsaa 6ffaa adeemsifame

Zeleniskiifi Puutin Budaapestitti wal arguuf jiru jedhame

AMN PLUS- Hagayya 13/2017 Pireezidaantiin Yuukireen Volodmiir Zeleniskii, gita isaanii Raashiyaa, Vilaadmir Puutin wajjin Hangaarii Budaapestitti wal arganii akka mari’achuu danda’an gabaasaleen agarsiisaa jiru. Zeleniskiin marii kaleessa Tiraamp waliin Waayit…

Continue ReadingZeleniskiifi Puutin Budaapestitti wal arguuf jiru jedhame

Fakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise

‎AMN PLUS- Hagayya 13/2017 ‎Fakkeenyummaa Finfinnee fi Ol Kaafamuu Itoophiyaa Cimsanii itti fufuuf akkasumas yaadota ceesisoo paartichaa kutannoodhaan hojiitti hiikuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Beeksise…

Continue ReadingFakkeenyummaa Finfinnee fi Imala Ol Kaafamuu Itoophiyaa cimsanii itti fufuuf waliigalteerra gahamuu isaa Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Beeksise

Muummee Ministira Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa pirojektoota adda addaa daawwachuuf magaalaa Dirre Dawaa dhaqan.

‎AMN PLUS - Hagayya 13/2017 ‎ Muummee Ministira Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa hojiiwwan misooma kooridarii dabalatee pirojektoota adda addaa magaalattii keessatti hojjetamaa jiran daawwachuuf Dirre Dawaa dhaqaniiru. Muummee ‎…

Continue ReadingMuummee Ministira Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa pirojektoota adda addaa daawwachuuf magaalaa Dirre Dawaa dhaqan.

Yuukireenitti nagaan deebi’uu mala- Tiraamp

‎AMN PLUS - Hagayya 13/2017 ‎Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Yuukireen carraa nagaa waaressuu qabdi jechuun dubbatan. ‎Erga Pireezidaantii Yuukireen Volodmiir Zeleniskii wajjin kaleessa halkan Waayit Haawusitti mari'atanii booda Yuukireenitti  abdii…

Continue ReadingYuukireenitti nagaan deebi’uu mala- Tiraamp

Muummeen Ministira Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba ‘Mootummaa Ida’amuu’ jedhu barreessan

AMN PLUS - Hagayya 13/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba falaasama Ida'amuu 4ffaa kan ta'e mata duree 'Motummaa Ida'amuu' jedhuun barreessan. Abiyyi Ahimad (Dr.) kana dura kitaabilee 3, Ida'amuu,…

Continue ReadingMuummeen Ministira Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba ‘Mootummaa Ida’amuu’ jedhu barreessan

Kantiibaa Adaanech Abeebeen karoora guyyooti 90tiin rawwii ji’a lamaa qoratan

AMN PLUS- Hagayya 12/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen karoora guyyootii 90 keessaa rawwii ji'oota lamaan darbanii qorachuu himan. Karoora kanaan kenna tajaajilaa ammayyeessuu, qaala'iinsa gabaa xiqqeessuuf dhiyeessii oomishaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen karoora guyyooti 90tiin rawwii ji’a lamaa qoratan

Daldaltoota sababa malee gatii dabalan irratti tarkaanfiin ni fudhatama – Komishinii Siivil Sarviisii

‎AMN PLUS- Hagayya 12/2017 ‎Fooyya’iinsa miindaa taasifame hordofuun daldaltoota daballii gatii taasisuuf yaalan irratti mootummaan tarkaanfiin cimaa fudhachuuf ajaja akka dabarse Komishiniin Siivil Sarvizii beeksise. ‎Fulbaana bara 2018 irraa eegalee…

Continue ReadingDaldaltoota sababa malee gatii dabalan irratti tarkaanfiin ni fudhatama – Komishinii Siivil Sarviisii