“Hidhi Haaromsaa mallattoo mo’icha dhaloota kanaati” – Hiruut Kaasaa (Dr.)

AMN PLUS- Bitootessa 26/2017 Hidhi Haaromsaa mallattoo mo'icha dhaloota kanaa ta’uu Hoggantuun Biiroo Aadaa, Aartiifi Tuurizimii Magaalaa Finfinnee Hiruut Kaasaa (Dr.) ibsan Biirochi waggaa 14ffaa jalqabbii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa…

Continue Reading“Hidhi Haaromsaa mallattoo mo’icha dhaloota kanaati” – Hiruut Kaasaa (Dr.)

Poolisiin Finfinnee tarkaanfii hattummaarratti fudhachaa jiru cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise

AMN – Bitootessa 26/2017 Poolisiin Finfinnee tarkaanfii hattummaarratti fudhachaa jiru cimsee kan itti fufu ta’uu beeksiseera. Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullallee Aanaa 7’tti miseensi poolisii Inspeektara Eermiyaas Ergeenoo jedhamu konkolaataa…

Continue ReadingPoolisiin Finfinnee tarkaanfii hattummaarratti fudhachaa jiru cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise

Fooramiin lammiilee Paarlaamaa sadaffaan ta’aamaa jira

AMN PLUS- Bitooteessa 26/2017 Fooramiin lammiilee Paarlaamaa sadaffaan mana maree bakka bu’uuta uummataatti ta’aamaa jira. Fooramicharratti Af-yaa’iin mana maree bakka bu’uuta uummataa Obbo Taaggasee Caafoo, Af-yaa’ii Itti aantuu Aaddee Loomii…

Continue ReadingFooramiin lammiilee Paarlaamaa sadaffaan ta’aamaa jira

‘Waggoottan jijjiramaa 7 darban galiin Magaalaa Finfinnee harka 8’n dabaleera’- Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Bitootessa 26/2017 Waggoottan jijjirama 7 darban galiin Magaalaa Finfinnee harka 8’n dabaluusaa Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Bulchiinsi Magaalichaa bara 2010 birrii biiliyoona 30 walitti qabe,…

Continue Reading‘Waggoottan jijjiramaa 7 darban galiin Magaalaa Finfinnee harka 8’n dabaleera’- Adaanech Abeebee

Waajjirri Hoji-gaggeessaa Magaalaa Finfinnee akkaataa kenninsa tajaajila hawaasaa ittii fooyyessuun danda’amurratti qooda fudhattoota waliin mari’achaa jira

AMN PLUS- Bitootessa 26/2017 Waajjirri Hoji-gaggeessaa Magaalaa Finfinnee akkaataa kenninsa tajaajila hawaasaa ittii fooyyessuun danda'amurratti qooda fudhattoota waliin mari'achaa jira. Sirna baniinsa marii kanaarratti ergaa kan dabarsan Sadarkaa Kantiibaa itti…

Continue ReadingWaajjirri Hoji-gaggeessaa Magaalaa Finfinnee akkaataa kenninsa tajaajila hawaasaa ittii fooyyessuun danda’amurratti qooda fudhattoota waliin mari’achaa jira

‘Bu’aawwan gurguddoo waaggottan jijjirama 7 darban galamaa’an keessa inni guddaan aadaa hojii jijjiruudha’ – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Bitootessa 26/2017 Bu'aawwan gurguddoo waaggottan jijjirama 7 darban galamaa’an keessa inni guddaan aadaa hojii jijjiruu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Badhaadhina ni fidna…

Continue Reading‘Bu’aawwan gurguddoo waaggottan jijjirama 7 darban galamaa’an keessa inni guddaan aadaa hojii jijjiruudha’ – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Bitootessi 24 guyyaa Itoophiyaan gama hundaan seenaashee keessatti daandii haaraa eenyuyyuu hin yaalle itti jalqabdedha – Laggasee Tulluu (Dr.)

AMN - Bitootessa 24/2017 Bitootessi 24 guyyaa Itoophiyaan gama siyaasaa, dinagdee, hawaasummaa fi dippilomaasiin seenaashee keessatti daandii haaraa eenyuyyuu hin yaalle itti jalqabdedha jedhan ministirri tajaajila komunikeeshinii mootummaa Laggasaa Tulluu…

Continue ReadingBitootessi 24 guyyaa Itoophiyaan gama hundaan seenaashee keessatti daandii haaraa eenyuyyuu hin yaalle itti jalqabdedha – Laggasee Tulluu (Dr.)

Bitootessa 24 — Deebii Hoggansa Tarsiima’aafi Gulantaa Qabsoo Ittaanu

Ummanniifi qabsaa’onni Oromoo gaaffiilee haqa qabeessa kaasuun qabsoo baroota dheeraa fudhateefi hadhaawaa gaggeesseera. Gaaffiileen ummata keenyaa, akka waliigalaatti, dhimmoota dinagdee/lafaa, eenyummaafi dimokraasii jalatti qooduu dandeenya. Gaaffiileen kunniin, qabsoo hadhaawaa gulantaa…

Continue ReadingBitootessa 24 — Deebii Hoggansa Tarsiima’aafi Gulantaa Qabsoo Ittaanu

Injifannoon Hundeeffama Paartii Badhaadhinaan argame riqicha bu’uuraa diigumsa biyyaa baraareedha- Sa’aadaa Abdurraahmaan.

AMN PLUS- Bitootessa 24/2017 Injifannoon Hundeeffama Paartii Badhaadhinaan argame riqicha bu’uuraa diigumsa biyyaa baraaree akka ta’e Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan dubbatan. Hawaasni Magaalaa Shaggar kutaalee magaalatti hundarraa walitti…

Continue ReadingInjifannoon Hundeeffama Paartii Badhaadhinaan argame riqicha bu’uuraa diigumsa biyyaa baraareedha- Sa’aadaa Abdurraahmaan.