Dargaggoonni biyyoota miseensa IGAD nageenyaaf sagalee ta’uu qabu- Warqinaa Gabayyoo (PhD)
AMN PLUS- Hagayya 8/2017 Barreessaan Olaanaa Dhaabbata Wal tahiinsa Misoomaa Biyyoota Baha Afrikaa (IGAD) Warqinaa Gabayyoo (PhD) dargaggoonni adeemsa ijaarsa nagaa naannichaa keessatti gahee isaanii guddisuun sagalee nagaa akka ta’an…