Naannoo Tigraayirraa Warqeen kuntaala 189 Baankii Biyyaalessaatiif dhiyaate
AMN PLUS- Hagayya 05/2017 Bara baajataa 2017 xumurametti Naannoo Tigraayirraa Warqeen kuntaala 189 Baankii Biyyaalessaatiif dhiyaachuu isaa Biiroon Albuudaa Naannoo Tigraay beeksise. Itti Gaafatamaa Itti Aanaan Biiroo Albuudaa Naannichaa Obbo…