Misraachoon Gubaarraa dhagahame biyya hunda walga’a- Obbo Addisuu Araggaa
AMN PLUS- Sadaasa 27/2018 Misiraachoon Gubaa Irraa Dhagaahame Kutaalee Itoophiyaa Gara Garaa Keessatti Irra Deebiin Ni Mirkanaa’a Jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Addisuu Araggaa. Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullalleetti Mariin…