Teessoo Kooriidariirra qaamoleen uffata hafan adabaman
AMN PLUS- Sadaasa 15/2018 Teessoowwan haara-galfii uummataaf misooma kooriidariin ijaaraman irratti namoota dhuunfaafi dhaabbilee uffata hafan irratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Kutaa Magaalaa Lammii…