Nageenya mirkaneessuuf guyyaatti dabaree sadiin hojjamaa jira- Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Finfinnee
AMN PLUS Sadaasa 06/2018 Nageenya waaraa fiduuf olaantummaa seeraa mirkaneessuuf Uummataa fi qooda fudhattoota waliin hojjachuun akka barbaachisaa ta'e Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee beeksise. Saamicha magaalaa keessatti…