Seenaa dabe sirreessuufi guddina aadaafi duudhaa uummnataaf qorannoon murteessaa ta’uu himame
AMN Plus- Onkoloolessa 22/2018 Leenjiin Dandeettii ogeeyyiifi qorattoota Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa, Giddu Galaa Aadaa Oromoofi Inistitiyuutii Qo'annoofi Qorannoo Oromoo cimsuu Giddu Gala Aadaa Oromootti kennama jira. Seenaa dabee sirreessuu,…