Feestivaala Guluffii Fardaa Agawu ‘UNESCO’ irratti galmeessisuuf hojjatamaa akka jiru ibsame

AMN PLUS- Mudde 22/2018 Ayyaana Guluffii Fardaa uummata Agawu hambaa kiliyaa ta’uun ‘UNESCO’ irratti akka galmaa’uuf hojiin dursaa raawwatamuu Sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaa Naannoo Amaaraatti, Qindeessaan Damee Magaalaa Ahimaddiin Mahaammad…

Continue ReadingFeestivaala Guluffii Fardaa Agawu ‘UNESCO’ irratti galmeessisuuf hojjatamaa akka jiru ibsame

Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Giifaataan hambaa addunyaa ta’uun UNESCO irratti galmaa’e

AMN PLUS- Mudde 1/2018 Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbatni Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa “UNESCO” Ayyaana bara haaraa Walaayittaa Giifaataa hambaa Kiliyaa addunyaa taasisuun galmeesseera. Yaa’ii 20ffaa Koree Hambaa Kiliyaa UNESCO Biyya…

Continue ReadingAyyaanni bara haaraa Walaayittaa Giifaataan hambaa addunyaa ta’uun UNESCO irratti galmaa’e

Ministeerri Aadaafi Ispoortii ergaa “Baga Gammaddan” jedhu dabarse

AMN PLUS- Mudde 1/2018 Ministeerri Aadaafi Ispoortii ayyaanni bara haaraa uummata Walaayitaa “Giifaataa”n UNESCOtti galmaa’uu ilaalchisee ergaa “Baga Gammaddan” jedhu dabarseera. Ministeerichi Itoophiyaan hambaalee garaa garaa sadarkaa idil-addunyaatti maqaa waamsisan…

Continue ReadingMinisteerri Aadaafi Ispoortii ergaa “Baga Gammaddan” jedhu dabarse

Finfinneen Aadaa, Amantaafi Eenyummaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaaf dursa ni kennit- Aadde Buzeenaa Alkadir

‎AMN PLUS-Sadaasa 11/2018 ‎Magaalaan Finfinnee Aadaa, Amantaafi Eenyummaa Saboota magaalitti keessa jiraataniif dursa kennuun akka beekamtu Af-yaa'iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa Alkadir ibsan. ‎Manni Maree Magaalaa Finfinnee Ayyaana…

Continue ReadingFinfinneen Aadaa, Amantaafi Eenyummaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaaf dursa ni kennit- Aadde Buzeenaa Alkadir

Ijaarsi Giddu Gala Aadaa Booranaa Marsaa Jalqabaa xumurame- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

‎AMN PLUS - Sadaasa 4/2018 ‎Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Giddugala Aadaa Booranaa ijaarsarra jiru daawwataniiru. ‎Ijaarsi Giddu gala kanaa gaaffii uummataa kan yeroo dheeraa akka…

Continue ReadingIjaarsi Giddu Gala Aadaa Booranaa Marsaa Jalqabaa xumurame- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

Uffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 2/2018 Waggootii 8 darbaniif guyyaas ta'e halkan yeroo hirribasheelle uffata aadaa malee uffata biraa hin fayyadamtu. Bonaa ganna, roobaafi aduun, dhiqqeefi dhukkeen ishee hin daangessine. Uffatni aadaa…

Continue ReadingUffata aadaa uffachuun kabaja argadheera- Gaazexeessituu Daraartuu Tarreessaa