MM Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa Injibaaraa seenan
AMN PLUS- Amajjii 23/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa Feestivaala Gombisa Fardaa Agaw 86ffaa irratti hirmaachuuf Injibaaraa seenaniiru. Obbo Tamasgeen turtii Naannoo Amaaraa Godina Awwii magaalaa Injibaaraatti…