Qormaata Kutaa 6ffaa akka Naannoo Oromiyaatti baruu kaasee kennama- Biiroo Barnoota Oromiyaa
AMN PLUS-Caamsaa 25/2017 Qormaata Kutaa 6ffaa ,8ffaa fi Kutaa 12ffaa bara 2017'f qophii gahaan taasifamuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa ibseera. Guyyaa borii Caamsa 26 bara 2017tti qormaata kutaa 6ffaa kennamuun baratoonni…