Yuunivarsitiin Finfinnee hundeeffamasaa waggaa 75ffaa kabajuufi
AMN PLUS - Sadaasa 9/2018 Yuunivarsitiin Finfinnee ayyaana hundeeffama waggaa 75 Diyaamandii, kabajuuf kan dandeessisu qophii xumuree jiraachuu Eeggataan Chaansilara Yuunivarsitichaa Saamu'eel Kifilee (PhD) ibsan. Yuunivarsitichi gara of danda'uutti ceesisuuf…