Daballi mindaa hordofee qaala’iinsi gatii hin mallee akka hin uumamneef hojjetamaa jira
AMN PLUS - Onkoloolessa 6/2018 Daballi mindaa hordofee qaala'iinsi gatii hin mallee akka hin uumamneef hojjetama akka jiru Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan Biiroo Faayinaansii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo Abdulqaadir…