“Yaa’ii Gamtaa Afriikaaf yeroo dhuftan Itoophiyaatti invast godhaa” Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Guraandhala 06/2018 Ajandaa riifoormii biyya keessaan Itoophiyaan haala investaraaf dursa kennuufi zooniiwwan diinagdee investimantii kallattii alaaf mijatan qopheessuu Waajjirri Ministira Muummee ibse. Waajjirichi ergaa hirmaattota Yaa'ii Gamtaa Afriikaaf…

Continue Reading“Yaa’ii Gamtaa Afriikaaf yeroo dhuftan Itoophiyaatti invast godhaa” Waajjira Ministira Muummee

Finfinneen Teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaa Wiirtuu Dippiloomaasii Afrikaa taasiseera – Ogeessa Diinagdee‎

‎AMN PLUS – Guraandhala 05/2018‎‎Finfinneen teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaan akka wiirtuu dippiloomaasii Ardii Afrikaa taatu taasise jedhan Komiishinii Diinagdee Gamtaa Afrikaatti Ogeessi Diinagdeefi Bulchiinsa Baajataa kaadhimamaan PhD Namoomsaa Mangashaa…

Continue ReadingFinfinneen Teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaa Wiirtuu Dippiloomaasii Afrikaa taasiseera – Ogeessa Diinagdee‎

Fooyya’iinsa qajeelfamoota sharafa alaa ilaalchisee ibsa Baankii Biyyaalessaa irraa kenname

AMN PLUS- Guraandhala 04/2018 Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa rifoormiin Dinagdee Maakiroo guutummaatti erga hojiirra ooluu eegalee Adoolessa 2016 irraa eegalee fooyya'iinsa gabaa sharafa alaa guddisuu danda'an hojiirra oolchaa tureera. Yeroo ammaa…

Continue ReadingFooyya’iinsa qajeelfamoota sharafa alaa ilaalchisee ibsa Baankii Biyyaalessaa irraa kenname

Daandiin Qilleensa Itoophiyaa ji’oottan jahan darbanitti galii doolaara Biiliyoona 4.4 argachuu isaa beeksise

‎AMN PLUS- Guraandhala 03/2018 ‎Daandiin Qilleensa Itoophiyaa ji'oottan jahan darbanitti qofa galii doolaara biiliyoona 4.4 argachuu isaa Hoji-Raawwachiisaa Olaanaan Daandii Qilleensa Itoophiyaa Obbo ‎Masfin Xaasoo ibsa miidiyaaleef kennaniin beeksisaniruu. Daandiin…

Continue ReadingDaandiin Qilleensa Itoophiyaa ji’oottan jahan darbanitti galii doolaara Biiliyoona 4.4 argachuu isaa beeksise

Oomisha indastirii biyya alaatti erguun doolaarri Miliyoona 123 ol akka argame ibsame

‎AMN PLUS- Amajjii 29/2018 Oomisha indastirii toonii Miliyoona 16 fi 600 ol biyya alaatti erguun galii doolaara Miliyoona 100 fi Miliyoona 23 caalu argamuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…

Continue ReadingOomisha indastirii biyya alaatti erguun doolaarri Miliyoona 123 ol akka argame ibsame

Finfinneetti baatiwwan jahan darban galiin birrii biiliyoona 162 ol sassaabameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Amajjii 29/2018 Magaalaa Finfinneetti walakkaa waggaa bara 2018tti galiin birrii biiliyoona 100fi biiliyoona 62.7 ol sassaabamuu Kantiibaa Adaanech Abeebeen himan. Aadde Adaanech gabaasa raawwii hojii baatiiwwan jahan…

Continue ReadingFinfinneetti baatiwwan jahan darban galiin birrii biiliyoona 162 ol sassaabameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Qala’iinsa gabaa to’achuuf falli ijoon oomishtummaa guddisuudha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Amajjii 27/2018 Itoophiyaa keessatti qala’iinsa gabaa kan babal’isu addaan fagaachuu fedhiifi dhiyeessii akka ta’e Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Rakkoo qaala’iinsa gabaa addaan fagaachuu fedhiifi dhiyeessiin dhufee…

Continue ReadingQala’iinsa gabaa to’achuuf falli ijoon oomishtummaa guddisuudha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Inisheetiviin maaddii guutuu kabaja mootummaan lammiileefi biyyaaf qabu yaadama mirkaneessedha- Obbo Tamasgeen

AMN PLUS - Amajjii 28/2018 Inisheetiviin maaddii guutuu yaadama addaa mootummaan kabaja lammiileefi biyyaaf qabu ittin mirkaneessedha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa. Mootummaan inisheetivii maaddii guutuun tarsiimoo…

Continue ReadingInisheetiviin maaddii guutuu kabaja mootummaan lammiileefi biyyaaf qabu yaadama mirkaneessedha- Obbo Tamasgeen

“Oomishni Kuntaala Miiliyoona 999 Sassaabameera” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS – Amajjii 26/2017 Baatiiwwan Jahan darban oomisha kuntaala miiliyoona 900f miiliyoona 99 sassaabamuu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) damee qonnaan wal-qabatee…

Continue Reading“Oomishni Kuntaala Miiliyoona 999 Sassaabameera” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)