Ijaarsaa fi qophaa’ummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati – Dooktar Abiyyi Ahimad
AMN PLUS- Amajji 7/ 2018 Ijaarsaa fi qophaa'ummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD). Kanarraa ka’uun dhaabbilee Faayinaansii fi damee Diinagdee cimsuuf yaadamee tarkaanfiiwwan…