Maallaqa kaffalaa gibiraan biyya ijaaraa jirra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)
AMN Plus - Fulbaana 28/2018 Galii kaffaltoota gibiraa amanamoo irraa argamuun biyyi ijaaramaa jirti jechuun Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) dubbatan. Dooktar Abiyyi sirna beekantii fi badhaasaa kaffaltoota gibiraa amanamoo…