Carraalee daldalaa fi invastimantii Itoophiyaatti abbootiin qabeenyaa Maaleezhiyaa akka fayyadamaniif haalli mijataan jira- Pireezidaanti Taayyee
AMN PLUS - Sadaasa 10, 2018 Dhaabbiileen Maaleezhiyaa carraalee Daldalaa fi Invastimantii Itoophiyaatti akka fayyadamaniif haaloonni mijataan jiru jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyyee Atsiqasillaaseen. Fooramiin Biiznasii Itoophiyaa fi Maaleezhiyaa Magaalaa Finfinneetti…