Ulaan Galaanaa gaaffii dhalootaati- Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa

Gaaffiin ulaa galaanaa dhimma buufata doonii qofa osoo hin taane dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu akka ta'e Miseesonni Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa ibsan. ‎Aadde Laxiifaa Abbaa Tamaamifi Obbo Moggaa Abbaa…

Continue ReadingUlaan Galaanaa gaaffii dhalootaati- Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa

Fooramiin Biizinasii Itoophiyaafi Saa’ud Arabiyaa Finfinneetti taa’ame

AMN PLUS- Sadaasa 9/3018 Itoophiyaafi Sa'ud Arabiyaan walitti dhufeenya obbolummaa barootaaf ture cimsuu irratti mari'atan. Biyyootni lameen hariiroo gama aadaa, amantaafi daldalaatiin qaban daran cimsuun guddina diinagdee ariifachiisuuf hojjetamuu qabas…

Continue ReadingFooramiin Biizinasii Itoophiyaafi Saa’ud Arabiyaa Finfinneetti taa’ame

Itoophiyaan Yaa’ii COP 32 akka keessumeessituuf filatamuu isheen UAE’n ergaa baga gammaddanii dabarsite

AMN PLUS- Sadaasa 9/2018 Itoophiyaa fi Gamtaan Eemireetota Arabaa hariiroo isaanii daran cimsani itti fufuuf waliigalaniiru. Deetaan Ministiraa Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Haadaraa Abarraa, Itoophiyaatti Ambaasaaddara Gamtaa Eemireetota Arabaa…

Continue ReadingItoophiyaan Yaa’ii COP 32 akka keessumeessituuf filatamuu isheen UAE’n ergaa baga gammaddanii dabarsite

‎Itoophiyaafi Eertiraan faayidaa waloorratti osoo hojjetanii bu’aan argamu guddaadha- Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

‎AMN PLUS - Sadaasa 6/2018 ‎Wal dhabdeen Itoophiyaa fi Eertiraa baroota hedduuf ture falmii daangaa fi dantaa galaanaa irra darbee, fedhii nagaa fi misoomaa Itoophiyaan barbaaddu irratti qormaata yeroo dheeraa…

Continue Reading‎Itoophiyaafi Eertiraan faayidaa waloorratti osoo hojjetanii bu’aan argamu guddaadha- Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

Komishiniin Invastimantii Itoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa Invastimatii Alaa hawwachuuf akka waliin hojjatan ibsan

‎AMN PLUS-Sadaasa 4/2018 ‎Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa invastimantii alaa kallattiin hawwachuuf waliin akka hojjatan ibsaniiru. Gamtaa Awurooppaatti Daayirektarri Olaanaa Tajaajila Dhimma Alaa Afriikaa waliin haala itti abbootiin qabeenyaa…

Continue ReadingKomishiniin Invastimantii Itoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa Invastimatii Alaa hawwachuuf akka waliin hojjatan ibsan

Hirmaannaan Invastmantii Abbootii qabeenyaa Chaayinaa dabalaa dhufeera

‎AMN PLUS- Onkoloolessa27/2018 ‎Hirmaannan invastimantii abbootii qabeenyaa Chaayinaa Zooonii diinagdee addaafi paarkii Indaastirii keessatti qaban guddachaa akka jiru Komporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii beeksise. ‎Hojii Raawwichiisaa olaanaan korporeeshinichaa, Fisahaa Yittaagasuu (PhD)…

Continue ReadingHirmaannaan Invastmantii Abbootii qabeenyaa Chaayinaa dabalaa dhufeera

Nagaafi tasgabbii Sudaan Kibbaatti mirkaneessuuf Itoophiyaan kutannoon hojjatti- Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

AMN PLUS- Onkoloolessa 19/2018 Ministirri Dhimma Alaa FDRI Geediyoon Ximootiwoos (PhD) Jila Sudaan Kibbaa irraa dhufe Simatanii waliin mari'atan. Jila Olaanaa Sudaan Kibbaa, Bulchiinsa Abiyee irraa dhufe Ministira Dhimmoota Afrikaa…

Continue ReadingNagaafi tasgabbii Sudaan Kibbaatti mirkaneessuuf Itoophiyaan kutannoon hojjatti- Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

Biyyoota yaa’a gadii waliin dippiloomaasiin uummataa hojjetamuu qaba- Ambaasaaddar Dinaa Muftii

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 17/2018 ‎Hidhi haaromsaa guddichi xumuramus fayyadamummaa waliiniitiif walitti dhufeenya uummataa fi uummataa irratti hojiin dippiloomaasii cimee itti fufa jechuun Ambaasaaddar Dinaa Muftii dubbataniiru. ‎Ambaasaaddar Diinaan turtii…

Continue ReadingBiyyoota yaa’a gadii waliin dippiloomaasiin uummataa hojjetamuu qaba- Ambaasaaddar Dinaa Muftii