IMF hojiilee riifoormii Itoophiyaan gaggeessaa jirtu dinqisiifate

AMN Plus- Onkololeessa 13/2018 Dhaabbatni Maallaqa Addunyaa (IMF) hojiilee riifoormii diinagdee Itoophiyaan gaggeessaa jirtu dinqisiifate. Ministirri Maallaqaa Ahimad Shideen Daayrektera olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa fi Dhaabbatichatti Hoggantoota Dippaartimantii…

Continue ReadingIMF hojiilee riifoormii Itoophiyaan gaggeessaa jirtu dinqisiifate

Hariiroon daldalaa Itoophiyaa fi Raashiyaa Ji’oota jaha keessatti dachaan dabale

AMN PLUS -Onkoloolessa 13/2018 Hariiroon daldalaa Itoophiyaa fi Raashiyaa bara faranjootaa 2025 Ji’oota jaha keessatti dachaan dabaluu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Evegeenii Tarihiin ibsan. Miidiyaa Raashiyaa TASS waliin turtii kan taasisan…

Continue ReadingHariiroon daldalaa Itoophiyaa fi Raashiyaa Ji’oota jaha keessatti dachaan dabale

Amerikaan ce’umsa diinagdee Itoophiyaa deeggaruu akka itti fuftu ibsite

AMN PLUS- Onkoloolessa 11/2018 Ministirri Maallaqaa Ahimad Shideen Washingitan DCtti Hooggantoota Olaanoo Ministeera Dhimma Diinagdeefi Ministeera Dhimma Alaa Amerikaa waliin dhimmoota hariiroo diinagdee biyyoota lameenii cimsuun danda'amu irratti mari’ataniiru. Obbo…

Continue ReadingAmerikaan ce’umsa diinagdee Itoophiyaa deeggaruu akka itti fuftu ibsite

Raashiyaan damee Ittisaafi Anniisaatiin galma Itoophiyaan qabatte ni deeggarti- Sergee Laavroov

AMN PLUS- Onkoloolessa 11/2018 Ministirri Dhimma Alaa FDRI Geediyoon Ximootiwoos (Dr) gita isaanii Raashiyaa Sergee Laavroov waliin mari'atan. Waqtii marii kanattis Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Sergee Laavroov, biyyi isaanii fedhii…

Continue ReadingRaashiyaan damee Ittisaafi Anniisaatiin galma Itoophiyaan qabatte ni deeggarti- Sergee Laavroov

Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen sirna gaggeessaa Raayilaa Oodingaa irratti hirmaachuuf Keeniyaa seenan

AMN Plus- Onkoloolessa 7/2018 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee sirna gaggeessaa Ministira Muummee duraanii Keeniyaa Raayilaa Oodingaa irratti argamuuf har’a ganama Keeniyaa Naayiroobii seenaniiru. Pirezidaanti Taayyeen yoo Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…

Continue ReadingPirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen sirna gaggeessaa Raayilaa Oodingaa irratti hirmaachuuf Keeniyaa seenan

Obbo Ahimad Shideen walga’ii Ministirootaa G-24 irratti hirmaatan

AMN Plus - Onkoloolessa 06/2018 Ministirri Maallaqaa Ahimad Shideen walga'ii Ministirootaa G-24 114ffaa Waashingitan DC'tti taa'ame irratti hirmaataniiru. Yaa'ii Baankii Addunyaafi IMF cinatti marii gaggeeffame kana irratti biyyoonni guddataa jiran…

Continue ReadingObbo Ahimad Shideen walga’ii Ministirootaa G-24 irratti hirmaatan

Pirezidaanti Taayyeen xalayaa Muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 14 simatan

AMN PLUS- Onkoloolessa 04/2018 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen xalayaa Muudamaa Ambaasaaddaroota Ijipt, Muritaaniyaa, Kaanaadaa, Kaazaakistaan, Vaatikaan, Baangilaadiish, Sarbiyaa, Siwiidin, Indooneezhiyaa, Liigii Arabaa, Siwiizarlaandi, Hangaarii, Sanmaariinoofi Turkimenistaan irraa Masaraa Mootummaatti simataniiru.

Continue ReadingPirezidaanti Taayyeen xalayaa Muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 14 simatan

Itoophiyaafi Ijiptii dhimmoota teekiniikaa hafan ga’umsa ofiin qofaa furachuu qabu- Pirezidaanti Taayyee

AMN PLUS- Onkolooless 04/2018 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ambaasaaddara haaraa Ijipt Itoophiyaatti muudde Abaayidaa El Daandaraawiin irraa xalayaa simachuun waliin mari'ataniiru. Marii isaaniitiin dhimmootni teekiniikaa Itoophiyaafi Ijipt gudduutti fala hin…

Continue ReadingItoophiyaafi Ijiptii dhimmoota teekiniikaa hafan ga’umsa ofiin qofaa furachuu qabu- Pirezidaanti Taayyee

Obbo Ahimad Shideen Daarektara Fandii Misooma Diinagdee Arabaa Kuweet waliin mari’atan

AMN Plus – Onkoloolessa 04/2018 Ministirri Maallaqaa Ahmad Shidee Walgahii Waggaa Baankii Addunyaa fi IMF cinaatti Daarektara Yeroo Fandii Misooma Diinagdee Arabaa Kuweet Waleed Al-Bahar waliin marii bu’a qabeessa taasisaniiru.…

Continue ReadingObbo Ahimad Shideen Daarektara Fandii Misooma Diinagdee Arabaa Kuweet waliin mari’atan

MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Onkoloolessa 02/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmud waliin mari’atan. Dr. Abiyyi dhimmoota waloofi dhimmoota naannawaa irratti xiyyeeffachuun mari'achuu ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan