Mootummaan filannoon marsaa 7ffaa akka milkaa’u ni hojjata- Pir. Taayyee Atsqasillaasee
AMN PLUS- Fulbaana 26/2018 Mootummaan Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaa milkaa'inaan akka xumuramuuf akka hojjatu Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee ibsan. Sirna baniinsa Mana Maree Federeeshinii fi Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa…