Puutiinii fi Zalaniskiin gara nagaatti ni dhufu amantaa jedhun qaba – Tiraamp
AMN PLUS - Hagayya 09/2017 Pireezidaantiin Ameeriikaa Doonaald Tiraamp, gita isaanii Raashiyaa Vilaadimiir Puutiin waliin mariin taasisan waraana Yuukireen ni dhaabsisna jedhanii abdachuu isaanii ibsanii jiru. Tiraamp har'a Puutiin waliin…