Kalaqni egeree Itoophiyaaf abdii guddaa akka ta’e Obbo Xiraatuu Bayyanaa ibsan
AMN PLU- Waxabajjii 12/2017 Wal dorgommiin Kalaqa Yaada Daldalaa Finfinneetti adeemsifama jira. Wal dorgommichis mata duree " Yaada Kalaqaa Egeree Gaariif " jedhun gaggeeffamaa jira. Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan…