Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa baga geessanii dabarsan
AMN PLUS – Ebla 11/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kiristoos kan bara 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
AMN PLUS – Ebla 11/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kiristoos kan bara 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
AMN PLUS - Ebla 11/2017 Ministirri Muummee Ayyaana du’aa ka’uu ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ergaan ayyaanaa Ministirri muummee dabarsan kunoo Baga ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kiristoosiin isin…
AMN PLUS – Ebla 10/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Faasikaa iftaan kabajamu sababeeffachuun hojjettoota waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa qabaniifi daa’imman waajjirichi guddisuuf maaddii qooduusaanii Waajjira Ministira…
AMN PLUS- Ebla 10/2017 Ayyoonota gurguddoo hordoftoonni amantii Kirsitaan waggaa waggaan haala addaa tiin yaadatanii, kabajanii oolan keessaa Ayyaanni Fannoo isa guddaadha. Hordoftoonni amantichaa guyyaa kana guyyaa Iyyasuus Kiristoos Fannoorratti…
AMN PLUS- Ebila 8/2017 Maaddii qoodun jaalalaa fi kabaja jiraattota keenyaf qabnu kan itti agarsiifnuudha jedhan Kantiiban Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. Kantiibaa Adaanech Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun hawaasa harka qalleeyyiif…
AMN PLUS- Ebla 7/2017 Yaa’ii Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa Hoongi Koongitti taa’aamaa jiruun gaaffiin miseensummaa Magaalaan Harar dhiheessite fudhatama argateera. Pirezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii marsaa hawasaa isaaniirratti ibsa…
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo Veetinaam Daawwachaa jiru AMN PLUS- Ebila 7/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giifti Duree Zinnaash Tayyaachoo Veetinaam Daawwachaa jiru.…
AMN PLUS – Ebla 07/2017 Obbo Abdallaa Sa'iid jiraataa Godina Baalee, Aanaa Goorootti jiraataa magaalaa Goorooti. Maanguddoo kun re'ee tokkorraa ka'uun yeroo ammaa re'oota 360 horsiisaa jiraachuu dubbatu. Hojii horsiisa…
AMN PLUS- Ebila 6/2017 Emireetonni Araba Gamtoomanii gaaffii miseensummaa Itoophiyaan ʼNew Development Bank̕ ta’uuf gaafatte karaa boordii akka dhiyaatuuf tumsa akka taasiftu beeksifiteetti. Emireetota Araba Gamtoomaniitti Ambaasaaddarri Itoophiyaa Umar Huseen…
AMN PLUS- Ebila 6/2017 Qaama Paarkii Gaarreewwan Baalee keessaa tokko kan ta'e Saannateen lafa olka'iinsi isaa m3100 - 4377 gidduutti kan argamu yoo ta'u, Itoophiyaa keessatti olka'iinsaan sadarkaa 2ffaa irratti…