Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) nageenyi naannoo Tigraayitti argame boodatti akka hin deebineef of eeggannaafi hoggansaa olaanaa Obbo Geetaachoo Raddaa taasisan galateeffatan

AMN – Bitootessa 29/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Obbo Geetaachoo Raddaa waggoota lamaan darban Pirezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay ta’anii wayita bulchaa turan…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) nageenyi naannoo Tigraayitti argame boodatti akka hin deebineef of eeggannaafi hoggansaa olaanaa Obbo Geetaachoo Raddaa taasisan galateeffatan

Mootummaan naannoo Oromiyaa Tiraaktaroota Meeshaalee guutuu waliin Qonnaan bultootaf dabarseera

AMN PLUS- Bitootessa 29/2017 Mootummaan Naannoo Oromiyaa oomishaaf oomishtummaa qonna naannichaa guddisuuf xiyyeeffannaa olaanaan hojjechaa jira. Kana caalmatti milkeessuufis qonna Naannichaa ammayyeessuun makaanayzeeshiniin qonnaan deeggaramuufi galtee oomisha qonnaa irratti xiyyeeffachuun…

Continue ReadingMootummaan naannoo Oromiyaa Tiraaktaroota Meeshaalee guutuu waliin Qonnaan bultootaf dabarseera

Lammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

AMN - Bitootessa 29/ 2017 Lammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaa deebi'uun himameera. Balalii marsaa 9’n lammileen gara biyyaatti deebi’an hundumtuu dhirota…

Continue ReadingLammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Milkaa’ina hojiirra oolmaa riifoormii tajaajila mootummaafi bulchiinsaaf qooda fudhattoonni hundinuu xiyyeeffannoon hojjechuu qabu ‘ – Obbo Tamasgeen Xurunee

AMN – Bitootessa 28/2017 Milkaa’ina hojiirra oolmaa riifoormii tajaajila mootummaafi bulchiinsaaf qooda fudhattoonni hundinuu xiyyeeffannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee ibsan. Leenjiin hooggantoota mootummaa federaalaaf…

Continue ReadingMilkaa’ina hojiirra oolmaa riifoormii tajaajila mootummaafi bulchiinsaaf qooda fudhattoonni hundinuu xiyyeeffannoon hojjechuu qabu ‘ – Obbo Tamasgeen Xurunee

‘Magaalaan Finfinnee magaalaa guddataafi ammayyaa’aa jirtu waan taateef tajaajila poolisii guddina magaalattiin gitu kennuun murteessaadha’ – Komishinara Geetuu Argaawu

AMN - Bitootessa 28/2017 Magaalaan Finfinnee magaalaa guddataafi ammayyaa'aa jirtu waan taateef tajaajila poolisii guddina magaalattiin gitu kennuun murteessaa ta'uu Komishinarri Komishinii Poolisii Finfinnee Geetuu Argaawu ibsan. Komishiniini Poolisii Finfinnee…

Continue Reading‘Magaalaan Finfinnee magaalaa guddataafi ammayyaa’aa jirtu waan taateef tajaajila poolisii guddina magaalattiin gitu kennuun murteessaadha’ – Komishinara Geetuu Argaawu

Marroof nama murteessaa ta’uun kan beekamu Shoodeen ajjeefame

AMN PLUS- Bitootessa 27, 2017 Garee Shanee Marroon durfamuuf nama murteessaa ta'uun kan himamuuf Shoodeen, tarkaanfii Raayyaan Ittisa Biyyaa fudhateen ajjeefamuu dhagahame. Shoodeen Marroo waliin ta'ee Marii Taanzaaniyaa Daare Salaamitti…

Continue ReadingMarroof nama murteessaa ta’uun kan beekamu Shoodeen ajjeefame

‘Bu’aawwan gurguddoo waaggottan jijjirama 7 darban galamaa’an keessa inni guddaan aadaa hojii jijjiruudha’ – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Bitootessa 26/2017 Bu'aawwan gurguddoo waaggottan jijjirama 7 darban galamaa’an keessa inni guddaan aadaa hojii jijjiruu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Badhaadhina ni fidna…

Continue Reading‘Bu’aawwan gurguddoo waaggottan jijjirama 7 darban galamaa’an keessa inni guddaan aadaa hojii jijjiruudha’ – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Bitootessa 24 sababeeffachuun Mariin Paanaalii Magaalaa Finfinnetti eegalame

AMN PLUS- Bitootessa 24/2017 Bitootessa 24 sababeeffachuun Mariin Paanaalii Magaalaa Finfinnetti eegalameera Marii Paanaalii kanaratti hoggantoonni olanoo, beektonii, abbootiin amantaa, abbootiin gadaa, jaarsoliin biyyaa, dargaggoonni, dubartootni, bakka bu’uunni partiilee markattotaa…

Continue ReadingBitootessa 24 sababeeffachuun Mariin Paanaalii Magaalaa Finfinnetti eegalame

Kutaa Magaalaa Furiitti guyyaa Injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun sochiin Ispoortii taasifame

AMN – Bitootessa 23/2017 Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti guyyaa Injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun sochiin Ispoortii qaamolee hawaasa garagaraa hirmaachise adeemsifameera. Sochiin Ispoortii kunis mata duree ''Ijaarsa Eenyummaa Waloo…

Continue ReadingKutaa Magaalaa Furiitti guyyaa Injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun sochiin Ispoortii taasifame