Carraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa ibsan
AMN PLUS Caamsaa 28/2017 Carraaqqii Itoophiyaan Ulaa Galaanaa argachuuf taasiftu mootummaan Ameerikaa kan deeggaru ta’uu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Maasiingaa ibsan
Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee dhimmoota garagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse
AMN PLUS Caamsaa 27/2017 Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walgahii idilee 11ffaa waggaa 4ffaa har’a taa’een dhimmoota garagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan 1ffaa. Kaabineen magaalichaa Wixinee dambii Tajaajila Mootummaa Dijitaala…
Hawaasni Muslimaa Ayyaana Arafaa wayita kabaju tokkummaafi walgargaaruun ta’uu akka qabu Hajii Ibraahim Tufaa dubbatan
AMN PLUS-Caamsaa 27/17 Hawaasni Muslimaa Ayyaana Arafaa wayita kabaju duudhaa amantichaa eeguun tokkummaa fi walgargaaruun tahuu akka qabu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Hajii Ibraahim Tufaan ibsan. Pireezidaantiin…
AMN tumsa milkaa’ina Yaa’ii Dhaabbata Hojii Addunyaa 20ffaaf taasiseef beekamtii argate
AMN PLUS- Caamsaa 27/2017 Addis Miidiyaa Neetwork Yaa’ii Dhaabbata Hojii Addunyaa ( ILO) 20ffaa Itoophiyaan qopheessite irratti gumaacha olaanaa taasiseef beekamtii argateera. Beekamticha Hoj- Raawwachiisaa olaanaan Addis Miidiyaa Neetwork Obbo…
Ogeeyyiin Kominikeeshinii fi Midiyaa hojiiwwan misooma Magaalaa Finfinnee daawwacha jiru
AMN PLUS- Caamsaa 27/2017 Ogeeyyiin Kominikeeshinii fi Midiyaa Magaalaa Finfinneetti hojiiwwan misooma ijaarsarra jiraniifi ijaaramanii xumuraman daawwacha jiru. Daawwannichi ogeeyyiin midiyaa misoomaa adeemsifamaa jiru irratti hubannoo ifa ta’e qabaachuun itti…
Hojiin Kooridarii jireenya hawaasa baadiyyaa fooyyessuuf eegalame bakka hundumatti babala’achaa akka jiru Mistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan
AMN PLUS- Caamsaa 25/2017 Hojiin Kooridarii jireenya hawaasa baadiyyaa fooyyessuuf eegalame bakka hundatti babala’achaa akka jiru Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) himaniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) guyyaa har’a Naannoo…
Qormaata Kutaa 6ffaa akka Naannoo Oromiyaatti baruu kaasee kennama- Biiroo Barnoota Oromiyaa
AMN PLUS-Caamsaa 25/2017 Qormaata Kutaa 6ffaa ,8ffaa fi Kutaa 12ffaa bara 2017'f qophii gahaan taasifamuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa ibseera. Guyyaa borii Caamsa 26 bara 2017tti qormaata kutaa 6ffaa kennamuun baratoonni…
Jilli olaanaan Daareektara Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoofi Nageenyaa Biyyaalessaan durfamu ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Jeneraala Sudaan Abdulfattaa Al Burhaaniitti kennan
AMN PLUS Caamsaa 25/2017 Ergicha Abaasaaddar Reedwaan Huseeniifi Gorsaan Dhimmoota Afrikaa Bahaa Ministira Muummee Obbo Geetaachoo Raddaa Poort Sudaanitti argamuun kennaniiru. Poort Sudaanitti simannaan addaa kan taasifameef ta’uu kan himan…
Hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamaniifi hojjetamaa jiran agarsiiftuu bu’ura jijjiiramaati- Abbootii Amantaa
AMN PLUS- Caamsaa 22/2017 Phaphaasonniifi Miseensonni Sinoodosii Mana Amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa hojiilee misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti hojjetaman dawwataniiru. Abbootiin Mana Amantaa Ortoodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa kunneen pirojeektota misoomaa Magaalaa Finfinnee…
- Go to the previous page
- 1
- …
- 34
- 35
- 36
- 37
- 38
- 39
- 40
- …
- 45
- Go to the next page