Gidiraa waggaa 13, wal’aansa baqaqsanii yaaluu sa’aatii 4’n
AMN PLUS - Hagayya 14/2017 Hawwii Alamuu, shamarree Naannoo Oromiyaa, Godina Bunnoo Beddellee, Aanaa Cooraa keessa jiraattudha. Daa'imummaa isheetti wanti xannachi dhiitoo fakkaatu, bobaa ishee mirgaa jalatti ba'e guddataa adeeme.…