Piroojektoota Maddoota Anniisaa Haaromfamaa deeggaruuf waliigalteen mallattaa’e

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017 Itoophiyaan Piroojektoota Maddoota Anniisaa Haaroomfamaa deeggaruuf Ejensii Inshuraansii Daldalaa Afrikaa waliin waliigaltee mallatteessite. Waliigaltichi Itiyoophiyaan invastimantiiwwan alaa gama Piroojektoota Maddoota Anniisaa Haaromfamaan hawwachuuf ce’umsa taasistu…

Continue ReadingPiroojektoota Maddoota Anniisaa Haaromfamaa deeggaruuf waliigalteen mallattaa’e

Dooktar Geediyoon Turkiyee magaalaa Ankaaraa dhaqan

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017 Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Turkiyee Ankaaraa dhaqaniiru. Dooktar Geediyoon marii Teeknikaa waliigaltee Ankaaraarratti hirmaachuuf Turkiyee galuun ibsameera. dabalataaniis hariiroo gamlamee biyyoota lameenirratti…

Continue ReadingDooktar Geediyoon Turkiyee magaalaa Ankaaraa dhaqan

Baankiin Addunyaa ijaarsa sirna geejjibaa ammayyaa Finfinnee akka deeggaru ibse

AMN PLUS, Guraandhala 10, 2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Baankii Addunyaatti Itti Aantuu pireezidaantii Damee Bahaa fi Kibba Afrikaa Dooktar Viktooriyaa Kowaakowaa waliin marii bu'a qabeessa taasisuu ibsaniiru.…

Continue ReadingBaankiin Addunyaa ijaarsa sirna geejjibaa ammayyaa Finfinnee akka deeggaru ibse

MM Abiyyi Ahimad (Dr) MM Itti Aantuu UK Anjeelaa Reyiner waliin mari’atan

AMN PLUS, Guraandhala 10, 2017 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyi Ahimad Ministira Muummee Ittaantuu UK Anjeelaa Reeynar waliin mari’atan. Marii isaaniin dhimmoota ijoo gamlamee fi damee hedduu irratti marii bu’aa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr) MM Itti Aantuu UK Anjeelaa Reyiner waliin mari’atan

Ministirri Muummee Itti Aantuu UK Anjeelaa Reyiner Inistituutii Artefishaal Intelijensii Itoophiyaa daawwatan

AMN PLUS- Guraandhala 10, 2017 Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Ministira Muummee Itti Aantuu UK Anjeelaa Reyiner waliin Inistituutii Artefishaal Intelijensii Itoophiyaa daawwatan

Continue ReadingMinistirri Muummee Itti Aantuu UK Anjeelaa Reyiner Inistituutii Artefishaal Intelijensii Itoophiyaa daawwatan

Fooramiin Biiznasii Afrikaa 8ffaan Finfinneetti gaggeeffamu eegale

AMN PLUS, Guraandhala 10, 2017 Fooramiin Biiznasii Afrikaa 8ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramicharratti Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee dabalatee qooda fudhattoonni Damee dhuunfaa, Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa, Dhaabbiilee Faayinaasii fi Bakka…

Continue ReadingFooramiin Biiznasii Afrikaa 8ffaan Finfinneetti gaggeeffamu eegale
Read more about the article Yaa’iin Gamtaa Afrikaa turizimii magaalaa keenyaaf simboo dabalataa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Processed with VSCO with a1pro preset

Yaa’iin Gamtaa Afrikaa turizimii magaalaa keenyaaf simboo dabalataa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS Guraandhala 10, 2017 Yaa’iin Gamtaa Afrikaa Magaalaa Finfinneef miidhagina dabalataa ta'uun diinagdee sochoosuu bira darbee bakkeewwan hawwata tuuriizimii fi maqaa gaarii magaalattii akkasumas aadaa keesummaa simachuu jiraattotaa gama…

Continue ReadingYaa’iin Gamtaa Afrikaa turizimii magaalaa keenyaaf simboo dabalataa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Itoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa’u murannoo qabdu milkaa’in yaa’ichaan mul’isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad

AMN PLUS Guraandhala 10, 2017 Yaa'ii Idileen hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumuramuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyi Ahimad ibsan. Itoophiyaan akka teessoo Afrikaatti waan irraa eegamu hunda raawwachuu ibsan.…

Continue ReadingItoophiyaan kaayyoo fi qajeeltoowwan gamtichaa akka milkaa’u murannoo qabdu milkaa’in yaa’ichaan mul’isteetti- Dooktar Abiyi Ahimad

ijjiiramni ummannii fi Mootummaan Itoophiyaa tokkummaan galmeessan ajaa’ibsiisadha – Mootii Isiwaatiinii

AMN PLUS Guraandhala 9, 2017 Milkaa'inni ummannii fi Mootummaan Itiyoophiyaa tokkummaan galmeessan ajaa'inbiisaa ta'uu Mootiin Isiwaatiinii Miswaatii Saalsaawiin ibsan. Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Mootii Isiwaatiinii Miswaatii Saalsaawii masaraa biyyaalessaa daawwachiisaniiru.

Continue Readingijjiiramni ummannii fi Mootummaan Itoophiyaa tokkummaan galmeessan ajaa’ibsiisadha – Mootii Isiwaatiinii