Ka’umsi Doominik Soolaankee kilaba Cheelsii akka ture quba qabduu?
AMN PLUS – Amajjii 25/2018 Lammiin Ingiliz Doominik Soolaankee umrii isaa ijoollummaatti akkaadaamii Cheelsii seene. Akkaadaamicha keessa yeroo dheeraaf erga ture booda bara faranjootaa 2014 tapha pirimeerliigii Ingilaandi irratti Cheelsiif…