Baarseloonaan walii galtee taphataa ganna 26 Juulis Kundee waliin qabu dheeresse
AMN PLUS 15 /12/ 17 Kilabni kaataaloon Baarseloonaan kontiraata taphataa sarara ittisaa Juulis Kundee dheeressuu beeksise. Taphataan lammii Faransaay Juulis Kundeen walii galtee inni Baarseloonaa waliin qabu bara dorgommii 2027…