Magaalaan Shaggar ispoortii dagaagsuu irratti mul’ata gudda qaba Tashoomaa Addunyaa(PhD) himan
AMN PLUS-Hagayya 06/2017 Magaalaan Shaggar ispoortii dagaagsuu irratti mul'ata guddaa akka qabu Kantiibaan Magaalaa Shaggariifi Walitti qabaan Mana Maree Ispoortii Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa(PhD) ibsan. Garee Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggariif…