Luusiiwwan Gulaallii Waancaa Afriikaan osoo hin milkaa’in hafan
Gareen Biyyaalessa Dubartoota Ityoophiyaa (Luusiiwwan) tapha gulaallii Waancaa Afriikaa Burundii waliin taasisaniin marsaa itti aanutti osoo hin darbin hafan. Tapha deebii har'a geggeeffameen gareewwan lamaan sa'atii taphaa idilee tokko qixa…