Angoolaan guyyaa Walabummaa waggaa 50ffaa kabajduuf Arjantiinaa affeerte

AMN PLUS- Sadaasa 3/2018 Liyoonel Meesiifi Shaampiyoonaan Addunyaa Arjantiinaan kabaja guyyaa walabummaa Angoolaa 50ffaa irratti argamuuf gara Luwaandaatti akka imalan beekameera. Angoolaan Porchugaal irraa bara bilisa itti baate 50ffaa kabajuuf,…

Continue ReadingAngoolaan guyyaa Walabummaa waggaa 50ffaa kabajduuf Arjantiinaa affeerte

Morkiin Maanchistar Siitii fi Liveerpuul maaliif Arseenaaliin dhiphisa?

AMN PLUS-Onkoloolessa 30/2018 Pirimeerliigiin Ingilaandi barri wal dorgommii 2025/26 torbee 11ffaarra gaheera. Tapha cima torbee 11ffaa liigichaan ammoo kilaboota waggoota 8 darban liigicha qofaatti dhuunfatan Maanchistar Siitiifi Liveerpuul beellama qabu.…

Continue ReadingMorkiin Maanchistar Siitii fi Liveerpuul maaliif Arseenaaliin dhiphisa?

Istaadiyeemii Biyyaalessaa ‘Adeyi Ababaa’ bara kana xumuruuf hojjetamaa jira

AMN Plus- Onkoloolessa 20/2018 Istaadiyeemii Biyyaalessaa 'Adeyi Ababaa' fi Istaadiyeemii Baahirdaar bara kana xumuruuf hojjetamaa jiraachuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa beeksise. Federeeshinichi Yaa'ii Idilee 17ffaa Galma Komishinii Dinagdee Afriikaatti taa'uu…

Continue ReadingIstaadiyeemii Biyyaalessaa ‘Adeyi Ababaa’ bara kana xumuruuf hojjetamaa jira

Yunaayitid waggoota 10 booda Anfiilditti yeroo jalqabaaf Liivarpuul irra aane

AMN Plus - Onkoloolessa 09/2018 Maanchester Yuunaayitid dirreen ala gara Anfiilditti imaluun Liivalpuuliin goolii 2-1'n injifate. Goolii injifannoo kana Mbuumoofi Maaguyare yoo lakkoofsisan Yunaayitid injifannoo kanaan qabxiisaa 13'n ga'atee sadarkaa…

Continue ReadingYunaayitid waggoota 10 booda Anfiilditti yeroo jalqabaaf Liivarpuul irra aane

Obbo Isaayaas Jiraa FIFAtti miseensa koree Farra Sanyummaa ta’an

AMN PLUS- Fulbaana 28/2018 Pirezdaantiin Federeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa Obbo Isaayaas Jiraa Waldaa Federeshinoota Kubbaa miilaa Addunyaa FIFA irraa muudama argatan. Pirezdaantiin FIFA Jiyaanii Infaantiinoon Obbo Isaayaas Jiraa miseensa koree…

Continue ReadingObbo Isaayaas Jiraa FIFAtti miseensa koree Farra Sanyummaa ta’an