Seenaa Kubbaa Miilaan Taphataa Yeroo Jalqabaaf Biiliyeenara Ta’e

AMN Plus Fulbaana 28/2018 Taphataan Lammii Poorchugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoo Doosaantoos Aviyeeroon Taphataa Kubbaa Miilaa Jalqabaa Maallaqa Biiliiyeena Horate Ta’uun Gabaafame. Kilaba Liigii Saawudii Arabiyaa Al Naasiriif Taphachaa Kan Jiru Injifataan…

Continue ReadingSeenaa Kubbaa Miilaan Taphataa Yeroo Jalqabaaf Biiliyeenara Ta’e

Itoophiyaan gulaallii Waancaa Addunyaan Giinii Bisa’oo waliin har’a morkatti

AMN Plus - Fulbaana 28/2018 Gulaallii Waancaa Addunyaan taphoota ramaddii kan xumuraa lameen taphachuuf Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa Ruwaandaa magaalaa Kiigaaliitti argama. Guyyaa har'aas tapha 9ffaa garee Giinii Bisa'oo waliin har'a…

Continue ReadingItoophiyaan gulaallii Waancaa Addunyaan Giinii Bisa’oo waliin har’a morkatti

Karra eegaan Garee Biyyaalessaa Itoophiyaa duraanii Saadaat Jamaal lubbuun boqote

AMN Plus - Fulbaana 21/2018 Karra eegaan Garee Biyyaalessaa Itoophiyaa duraaniifi Leenjisaa Karra Eegdota Garee Biyyaalessaa Dubartoota Itoophiyaa kan ture Saadaat Jamaal lubbuun boqochuun dhagahame. Saadaat dhibee irra tureen biyya…

Continue ReadingKarra eegaan Garee Biyyaalessaa Itoophiyaa duraanii Saadaat Jamaal lubbuun boqote

Addunyaan yeroo na gatte sana, haadha kootu nawaliin hafe- Osmaan Dembelee

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Taphataan kilaba PSG Osmaan Dembeleen badhaasa Baalaandoor bara 2025 injifateera. Taphataan kun Kilaba Reensiitti mul'atee Borushiyaa Doortimanditti gahumsa ajaayibaa yeroo agarsiisu Baarseloonaan Paawondii miiliyoona 135.5'n isa…

Continue ReadingAddunyaan yeroo na gatte sana, haadha kootu nawaliin hafe- Osmaan Dembelee

Osmaan Dembelleen Badhaasa Baalaandoor 2025 injifate

AMN PLUS- Fulbaana 12/2017 Taphataan lammii Firaansiifi kilabii PSGf taphatu Osmaan Dembeleen badhaasa Baalaandoor bara 2025 injifate. Dembelleen bara dabarsine taphoota hundarratti gooliiwwan 37 lakkoofsise. Kilabasaa PSGf Waancaa Shaampiyoonsiliigii, Liigii-1…

Continue ReadingOsmaan Dembelleen Badhaasa Baalaandoor 2025 injifate

Osmaan Dembelee, Laamiin Yaamaal, Raafiinihaa, boru eenyutu kubbaa warqee san dhungata?

AMN PLUS- Fulbaana 11/2017 Badhaasni Baalaandoor 69ffaan boru galgala tamsaasa kallattiin injifataa bara 2025 ifoomsa. Badhaasa kana Ronaaldiinihoon badhaafamaaf akka kennu beekameera. Bara dorgommii 2024/25tti taphattootni akka Osmaan Dembelee, Laamiin…

Continue ReadingOsmaan Dembelee, Laamiin Yaamaal, Raafiinihaa, boru eenyutu kubbaa warqee san dhungata?

Garee Biyyaalessaa ittiin boonnu uumuuf karoora MM Abiyyi Ahimad (Dr) dhiyeessan irratti ogeeyyiin kubbaa miillaa maal jedhan?

‎AMN PLUS -Fulbaana 10/2018 Leenjistoonni Garee Biyyaalessaa Itoophiyaa duraanii Wubatuu Abaateefi Inistiraaktar Abrahaam Maabiraatuun ejjennoon Dooktar Abiyyi garee biyyaalessaa cimaa horachuuf qabatan haamileefi galaa akka isaaniif ta'u himan. Damee ‎Kubbaa…

Continue ReadingGaree Biyyaalessaa ittiin boonnu uumuuf karoora MM Abiyyi Ahimad (Dr) dhiyeessan irratti ogeeyyiin kubbaa miillaa maal jedhan?

Amooriim qabxii kilabicha Pirimiyar Liigii irraa gadi buusu galmeessaa jira- Waayinii Ruunii

AMN PLUS- Fulbaana 9/2018 Taphataan abbaa riikardii goolii Maanchester Yuunaayitid ta'e Waayinii Ruuniin gahumsa Ruuben Amooriim agarsiisaa jiran hadheeffatee qeeqe. "Amooriim amma waggaa tokko gahaa jira, tapha tokkorraa garuu giddugaleessan…

Continue ReadingAmooriim qabxii kilabicha Pirimiyar Liigii irraa gadi buusu galmeessaa jira- Waayinii Ruunii