Fooramiin Magaalota Itoophiyaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti baname
AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 Fooramiin Magaalota Itoophiyaa 10ffaan Naannoo Affaar Magaalaa Samaraa Istaadiyeemii Guddicha Samaraatti eegalame. Baninsa sagantaa kanaa irratti jiraattonni naannicha agarsiisa shubbisa aadaa gosa garaagaa agarsiisaniiru. Fooramiin Magaalota…