Mootummaan, qonnaan bultoota gabaa naannoo wajjiin walitti hidhuun misooma baadiyyaa saffisiisaa jira- Waajjira Ministira Muummee
AMN PLUS - Amajjii 22/2018 Mootummaan qonnaan bultoota biyyattii qe'ee isaanii fi sirna gabaa naannoolee wajjiin walitti hidhuun araddaa baadiyyaa fi tajaajiloota bu’uuraa babal’isuurratti hojjechaa akka jiru Waajjirri Ministira Muummee…