Agarsiisni Humna Qilleensaa, bashannanaaf osoo hin taane, ga’uumsa teekinooloojii Itoophiyaa hubachiisuufi – Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa
AMN PLUS- Amajjii 16/2018 Kabajni guyyaa Humna Qilleensaa 90ffaan seenaa hundeeffamasaa yaadachuuf qofa osoo hin taane, tajaajila olaanaa humni qilleensaa birmadummaa Itoophiyaafi Afriikaaf taasise yaadachiuf jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…